Dhimma Ijoo Hatriik/dhimma ijoo gurguddoo tapha pirimiyarliigii torbee saglaffaa
Taphni pirimiyarliigii torbee saglaffaarra gaheera,nutimmoo dhimmoota gurguddoo torbee kana keessatti waan agarre rippoortara hatriik ispoort kan ta’e Miiliyoon Hayileetiin akka itti aanutti qopheessinee isinii dhiheessineera.
Leenjisaa Ariyamaa jalqabaa
- ማሰታውቂያ -
Kilabiin Walaayittaa dichaa leenjisaa Gabrakiristoos Biraaraa waliin Adda baheera.Waggaa kana keessa qabxii dhabuu kilabichaan leenjisaa isaa ariyuun isa jalqabaa ta’eera.bara kana keessa leenjisaa Ashannaafii Baqqalee waliin gargar bahuun leenjisaa duraanii Diillaa fi poolisii kibbaa kan turan leenjisaa Gabra kiristoos Biraaraa kan kacaran ta’uus,walaayittaa dichaan akka barbaadameetti deemaafii waan hin jirreef wal dhabdee hedduun booda leenjisaa Gabrakiristoos waliin walii galteerra gahuun gargar bahuu isaanii Hatriik Ispoortiin oduu dichaadhaa argateen gabaaseera.addaan bahuu leenjisichaan booda gara jimmaa imaluun Jimma Abbaa Jifaar mo’uun qabxii sadii harkatti galfachuu danda’eera.walaayittaa dichaan har’a mo’uusaatiin qabxii sagaliin sadarkaa kudha sadaffaarra taa’uu danda’eera.
Injifannoowwan
Taphootni torbee kana keessa taasifaman hundi wal mo’iinsaan kan goolabaman yoo ta’u,tapha Hadiyyaa Hosaa’inaa fi Qiddus Giyoorgis qofatu qabxii qixxeetiin goolabame.kilabootni Magaalaa Baahirdaarii fi Walwaalloo Addigiraat Yuunivarsiitiin immoo galchiiwwan heddu kan keessummeessaniidha.Maqalee sabaa indertaan magaalaa Sabbataa mo’achuun injifannoo isaa itti fufsiisuu yoo danda’u,Haadiyyaa Hosaa’inaan injifannoo walitti fufiinsaan booda Qiddus Giyoorgis waliin qabxii qooddateera.
Galchiiwwan
Torban kana keessa walii gala galchiiwwan 25 lakka’amaniiru,kunis galchiiwwan torbee darbe lakka’aman dachaa sadiin ol guddateera.taphattoonni 23 galchii yoo lakkoofsisan Okiikii Afoolaabiiniifi Biruuk Bayyaneen galchiiwwan lama lama kiyyootti mirmirsuu danda’aniiru.galchiiwwan hafan garuu taphattoota garagaraatiin kan lakka’amaniidha.tapha Magaalaa Adaamaa fi Magaalaa Dirredawaa taasisan taphataan Adaamas Manaaf Awwal daqiiqaa 6ffaa ofirratti galche galchii saffisa torbee kanaa ta’uu danda’eera.galchiin lama kiyyoo ofii irratti kan lakka’aman yoo ta’u,Indaalee Dabaalqeen rukuttaa adabbiin Buna Sidaamaarratti kan lakkoofsise rukuttaa adabbii ko’eessa ta’uun too galmooftu.,taphataan Abdullaxiif Mohaammad daqiiqaa 90ffaa irratti Magaalaa Faasilitti lakkoofsise galchii torban kana daqiiqaa xumuraan lakkaawamte taatee dabarteerti.
Lakkoofsisaa galchii pirimiyarliigii 150 ffaa lakkoofsise
Pirimiyarliigiin Itiyoophiyaa erga jalqabame walii gala galchiin 166 lakkaawamaniiru.taphataan kilaba Dirre dawaa duraanii fi lammii Nasmibiyaa Itaamunaay Keeymuunii gareen isaa Walwaalloon Magaalaa Baahirdaar waliin taphateeniifi daqiiqaa 26ffaa irratti lakkoofsise galchii 150ffaa liigichaa ta’uun galmoofteetti.
Kilabootaa fi akeekkachiisa isaanii
Kiilaaboni qaabxii gaalmesisa jiiraan waabii goochudhan akkeekachisaa chiimaa leenjiisaa fi taphaattotaf keenaniru. Wuulwalon taaphaattota 13fi akkeekachisa keenuudhan saadarka tookkoofa qaabateraa. gaareen diiree daawa leenjisaa daabalatee taaphaattota shaaniif akkeekachisa keenun ettii anaa. leenjiisaa esaa waalin kan gargara bahee amoo waalayitaa dichaadha. waalkitte fi kiidus giiyoorgis taaphaattota jaaraaf akkeekachisa keenani jiiruu
Kaaffalti miindaatin kilaabbota jeqaama jiiran
Killaabootin miindaa Kaffalamu dhabuu wal qabatee sababa gochuu dhiisuun jara shakkii taa’a jiira. Kaanan kan kanka’e toorbe kaanan taphoota goochufi goochu baatun jara shakki keessa akka gaalan taa’an jiiraan ture. Jaareen keesaa maagala baahardar taphaaf guuyya laamma yaamuu haafu shakkalli kan jaalqaaban yaamu taa’u.
Maagala adaamanis guuyya taaphnii gaagefaamu gaaraa maagala dirredawaa imaalun shakkali tookkole otto hin goodhin dhaabataniruu. Kaanan duursa kiilaabin jimma abba jiifaar haaluma walfaakkatan raakko keessa gaalee akka tuuree kaan yaadaatamudh