Baraa doorgomii 2011 waaxaabaajii hin keenineef koomii feedaareeshinif taphaatooni gaalchan muurteen keenamef
Miindhaan nuu keenaamne jechuudhan feedaareshiini koomi kan gaalchan taphaatota duraani wuulwaalo kilaabin wuuulwaalo xaalaayan kun ergaa essaa gahee guyyoota toorban miindhaa kan kan hin keenine tanan feedaareshiini irra faayidaa tookko ellee akkaa hin argaane murte murteesera. Taphaatota komii dhiiheesan jaaren kana
-Desta demu
-Efreem ashamoo
-Biraanu boogale(faadigaa
-Biraanu ashamoo
-Saamson taaka
-Biniiyaam siiraaj
-Daanii’el adiihanom
-Amanuu’eel goobanaa
taaphatoota komii dhiihesanidha
Xaaalaya feedareeshini
👇👇👇👇👇👇👇